Hebrews 3:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre addee fooraa ta ani isaanii kennutti ijjumaa hin galanu jedhee aarii tiyyaan kakadheera’ jedhe”.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
anini dalane kakhad'e waan jed'e, Worri kuni haguma jiru boqota anini worraa kurfeese inargatu!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin dallanee kakadhee, ‘Warrii kun haguma jiru natti olduudee hinfoorfatu’ ” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma, ‹hulee hara baafata kiyyaa sirima hin galan! jedhee aari'iin kakadhe» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma, ‹hulee harabaafata kiyyaa sirima hin galan! jedhee aari'iin kakadhe» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dabaleellee, «Gara bakka ani isaaniif kennuu ka boqanna'aa gonkumaa hin galan! Jedhee dallanssuu tiyyaan kakadhee jira.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre addee fooraa ta ani isaanii kennutti ijjumaa hin galanu jedhee aarii tiyyaan kakadheera› jedhe».