Hebrews 3:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan tiyya, isin keessaa eennulle gadhaa hama'aa fi hin dhugeeffanne, ka Waaqa jiraataa irraa garagalu akka hin qabaanne ifi eeggadha'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oboleyaani tiyya, eegad'a, aka nami tokoleeni, isani keesa, garaa hama ka ind'ugefanne argate Waaqa jireenna iraa garingale.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Obboleeyyan tiyya, akka isan keessaa namii tokkolleen garaa hamaa hindhugeeffanne qabaatee Waaqaa jireenaa irraa gara hingaggalee ufi eegadhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleeyyan tiyya! isin keessaa eennullee ka Rabbii jiraataa irraa fagaatuu fi cubbamaan, akkasuma ka gara'aa hin amanne isin keessa akka hin jiraanne uf eegaa'a!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleeyyan tiyya! Maal laataa waan Rabbii jiraataa isin waakkachiisu dhartichaa fi onneen hin amanne isin keessaa tokkollee akka hin jiraanne uf eegaa'a!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa obboleeyyan, isin keessaa waan Waaqa jiraataa irraa waan isin fageessu hama'aa fi onnee hin amanne akka hin qabaanneef, ufi eeggadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan tiyya, isin keessaa eennulle gadhaa hama'aa fi hin dhugeeffanne, ka Waaqa jiraataa irraa garagalu akka hin qabaanne ifi eeggadha'a!