Hebrews 3:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo eennulle isin keessaa cubbu'uun sobamee akka mataa hin jabaanne, yennaan “Adha” jedhantu tun adoo hin tarin guyyuma guyya'aan wol jajjabeessa'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo aka dabi nama tokole yake sobe mata injabeesine, guyya ch'ufa woli qarqaara, haga t'aafiini, Arra jettu ch'ufa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo akka cubbuun nama tokkollee sobdee mataa hinjabeesine, haga barreessiin “Ardha” jettu cufa, guyyuma guyyaan walqarqaara.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo isin keessaa eennullee cubbu'uun sobamu'uun morkataa akka hin taane, «Adhuma» waan guyyaa maraa uduma guyyaan sun hin lufne woliin mari'adhaa'a!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammo isin keessaa eennullee cubbu'uun sobamu'uun morkataa akka hin taane, «Adhuma» waan guyyaa maraa uduma guyyaan sun hin lufne woliin mari'adhaa'a!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana irra isin keessaa cubbu'uun sobamee onnee isaa didduu akka hin taasfnneef, «Adhaa» jedhamee yeroon waamame haga jirutti, guyyama guyya'aan mari'adhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo eennulle isin keessaa cubbu'uun sobamee akka mataa hin jabaanne, yennaan «Adha» jedhantu tun adoo hin tarin guyyuma guyya'aan wol jajjabeessa'a!