Hebrews 3:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tun akkuma Barreeffami Woyyichi, “Adha qoonqoo Waaqaa yoo dhageettane, akkuma yennaa finqilaa gootane san mataa hin jabaatina'a!” jedhu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
T'aafiini akana jetti: Yo qonqo Waaqa arra d'ageettani, aka duri mata jabaatani Waaqa diddani indidiina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Barreessin qulqulloon, “Yo qoonqoo Waaqaa ardha dhageettan, akka warra Waaqatti ka'ee sun mataa hinjabaatinaa” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunillee, «Adha hennaa sagalee isaa dhageettan garaa hin jabaatinaa'a! onnee teessan morkataa hin godhinaa'a!»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Laagaa jedhu uduu dhageettan diddanii, onnee teessan morkataa hin godhinaa'a!»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kun'llee, «Adha qooniqqa isaa yoo dhageettanitti, akkuma bifa yeroo hammeennaa san raawwattanitti, onnee teessan morkkattuu hin taasisinaa!» jedhamee akkuma barreeffame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tun akkuma Barreeffami Woyyichi, «Adha qoonqoo Waaqaa yoo dhageettane, akkuma yennaa finqilaa gootane san mataa hin jabaatina'a!» jedhu.