Hebrews 3:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri qoonqoo Waaqaa dhage'ee finqile eennu fa'a? Worruma Muuse'een sooreffamee biyya Gibxiitii baye maraayyuu motii?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eentu qonqo Waaqa d'agaye dubbi isaa dide? Worra Musani Misiri keesaa yaame ch'ufa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii qoonqoo Waaqaa dhaga'ee dubbii isaa dide eennufa? Warruma Museen lafa Gibxii keessaa yaame cufaanitii?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri dhagayanii didan eennuun fa'a? worra Muuse'een masakkamanii Misirii bayan sanniinii mii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri dhagayanii didan eennuun fa'a, worra Muuse'een masakkamanii Misirii bayan sanniinii mii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haa ta'u malee isaan sunniin qooniqqa isaa eega dhagayaniin duubatti ka hammaatan eennu fa'a? Isaan Museen eemara'aa worra Gibixii bayan mara hin turre ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri qoonqoo Waaqaa dhage'ee finqile eennu fa'a? Worruma Muuse'een sooreffamee biyya Gibxiitii baye maraayyuu motii?