Hebrews 3:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi woggaa afurtama eennufa'atti aare? Worruma cubbuu hujee, lafa goomole'ee keessatti reeffi isaa jigee badee motii?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi ganna afurtama eennuti dalane! Worra daba tolche, ka lafa gamooji keesati raawate ch'ufa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii ganna afurtamaa eenufaatti dallane? Warruma cubbuu hojjate, ka lafa gammoojjii keessatti jigee dhume cufaanitii?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka woggaa afurtamaa loleen eennuun fa'a turan? Ka reeffi isaa lafa gammoojji'ii keessatti kufe, worri cubbuu hojjatan isaanii mii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka woggaa afurtamaa loleen eennuun fa'a turan? Ka reeffi isaa lafa gammoojji'ii keessatti kufe worri cubbuu hojjatan isaanii mii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqa woggaa afurtamaa guutuu uduu dallansiisaniin ka jiraatan, eennuun fa'a turan? Isaan cubbuu ka hojjatanii fi worra reeffi isaanii lafa gammoojji'ii titti kufee hafee mitii ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi woggaa afurtama eennufa'atti aare? Worruma cubbuu hujee, lafa goomole'ee keessatti reeffi isaa jigee badee motii?