Hebrews 3:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre worri itti galiisa dadhabe, dhugeeffatiisa dhabiisaan akka te'e dhaggina.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi, aka worri waan d'ugefachu dideefi boqota suni argachu dad'abe argina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf akka warrii waan dhugeeffachaa dhabeef fulaa sunitti galuu dadhabe garra.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amanuu dhabuu isaaniitiin gara hulee hara baafanna'aa seenuun akka isaanii hin danda'amne argina.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Amanuu dhabuu isaaniitiin gara hulee harabaafanna'aa seenuun akka isaanii hin danda'amne argina.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa galu'uuf ka hin danda'in, waayee amanuu dhabuu isaaniitiin ta'uu isaa ni argina.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre worri itti galiisa dadhabe, dhugeeffatiisa dhabiisaan akka te'e dhaggina.