Hebrews 3:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Muuseen mana Waaqaa mara keessatti addatamaa akkuma te'ee ture, Yesuusille Waaqa isa muudeef addatama'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma Musani duri huji Waaqa ch'ufa guute, mana isaa keesati, akasuma Yesoleeni huji Waaqi isa fohateefi guute.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma durii Muuseen hujii mana Waaqaa cufa guute, akkasuma Yesusilleen hujii Waaqii isa foohateef guute.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma Muuseen mana Rabbii keessatti amanamaa ture, innillee Rabbii isa muudeef amanama'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkuma Muuseen mana Rabbii keessatti amanamaa ture, innillee Rabbii isa muudeef amanama'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Museen Mana Waaqaa mara keessatuu amanamaa akkuma ture, Yesus'llee ka isa muude Waaqaaf amanamaa ni ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen mana Waaqaa mara keessatti addatamaa akkuma te'ee ture, Yesuusille Waaqa isa muudeef addatama'a.