Hebrews 3:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Manni maraa namaan ijaarame; waan mara ka ijaare ammoo Waaqa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mana ch'ufa namati jaara — ammalle waan ch'ufa Waaqati jaare.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mana cufa namatti jaara, waan cufa ammoo Waaqaatti jaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Manni maruu nama tokkoon ijaarame. Ka waan maraa qopheesse ammo Rabbi.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Manni maruu nama tokkoon ijaarame. Ka waan maraa qopheesse ammoo Rabbi.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhugamaanuu tokkoon tokkoon manaatuu ijaaraa ni qaba, waan maraa ka hojjate garuu Waaqa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Manni maraa namaan ijaarame; waan mara ka ijaare ammoo Waaqa.