Hebrews 3:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Muuseen waan gara duraa jedhamu'uu maleef dhugaa bayiisaaf, akka tajaajilaa tokkootitti mana Waaqaa duudii keessatti addatamaa te'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Musani huji Mana Waaqa ch'ufa guute. Inni hojattu, waan Waaqi hegeri dubbatu ch'ufa la dubbate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Muuseen hujii Mana Waaqaa cufa keessatti hojjataa dhugeeffatamee ammallee innii waan Waaqii egerii dubbatu cufa la dubbate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen waan uf afo'otti dubbatamuuf san ragaa ta'u'uuf mana Rabbii maraa keessatti tajaajilaa amanamaa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Muuseen waan uf afo'otti dubbatamuuf san ragaa ta'u'uuf mana Rabbii maraa keessatti tajaajilaa amanamaa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ufi durana waan jedhamuu qabuuf ragaa akka ta'u, Museen guutuu Mana Waaqaatiif akka tajaajila'aa, amanamaa ni ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muuseen waan gara duraa jedhamu'uu maleef dhugaa bayiisaaf, akka tajaajilaa tokkootitti mana Waaqaa duudii keessatti addatamaa te'e.