Hebrews 3:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kiristoos ammoo mana Waaqaatitti akka ilmaatitti addatama'a. Nutille waan itti addannuu fi addii ittiin koorru jaabeessinnee yoo qabanne mana isaa ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Kristoni aka Ilma mana Abba qorqoratu waan ch'ufa guute. Nu mana isaati, yo nu waan abdannu, soda male, garaa jabaanne d'ugefanne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Kiristoon ammoo akka ilmaa hujii mana abbaatti dhugeeffatama; nulleen yo waan abdannu sodaa malee jabaannee dhugeeffanne mana isaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kiristoos ammo mana Rabbii keessatti akka Ilmaatitti amanama'a; nullee waan itti abdannuuf abdii ittiin boonnu haga dhumaa jabeessinee yoo eenne nullee mana isaati.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kiristoos ammoo mana Rabbii keessatti akka Ilmaatitti amanama'a, nullee waan ittii abdannuuf abdii ittin boonnu haga dhumaa jabeessinee yoo eenne nullee mana isaati.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kristos garuu Mana Waaqaa titti amanamaa ka ta'e akka ilmaa isaa ta'eeti, manni'llee nu'u, mana isaa ka taanu'llee waan itti amannuu fi ittiin ufi dhaadinu abddii keenna jabeessinee yoo qabanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kiristoos ammoo mana Waaqaatitti akka ilmaatitti addatama'a. Nuutille waan itti addannuu fi addii ittiin koorru jabeessinee yoo qabanne mana isaa ti.