Hebrews 3:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre akkuma Ayyaanni Woyyichi jedhu, “Adha, qoonqoo Waaqaa yoo dhageettane,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi, akuma Lubbuuni Qulqullooni jettu, Yo qonqo Waaqa arra d'ageettani,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf, akkuma Hafuurii Qulqulloon jedhuu, “Ardha qoonqoo Waaqaa yo dhageettan,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu akka Ayyaanni woyyuun jedhu, «Adha laagaa isaa yoo dhageettan,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu akka Ayyaanni woyyuun jedhu, «Adha, laagaa isaa yoo dhageettan,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Hafuurri Qulqulluun akka jedhutti, «Adha qooniqqa isaa yoo dhageettan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre akkuma Ayyaanni Woyyichi jedhu, «Adha, qoonqoo Waaqaa yoo dhageettane,