Hebrews 3:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
akkuma guyyaa ilaallacha'aa lafa goomolee keessatti Waaqa finqiltanee san mataa hin jabaatina'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka duri mata jabaatani Waaqa diddani, amma indidiina, aka gaafa duri lafa gamooji keesati isa ilaalattani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka warra guyyaa laallattoo, lafa gammoojjii keessatti Waaqatti ka'ee sun, isan mataa hinjabaatinaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka hennaa qormaata lafa gammoojji'ii keessatti Rabbiin dhibu'uun taatan san, «Mataa hin jabaatinaa'a! achitti abbootiin teessan na qoranii; woggaa afurtamaa guutuu waan ani hojjadhe argan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka hennaa qormaata lafa gammoojji'ii keessatti Rabbiin dhibu'uun taatan san, «Mataa hin jabaatinaa'a! achitti, abbootiin teessan na qoranii; woggaa afurtamaa guutuu waan ani hojjadhe argan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
lafa gammoojjii titti yeroo ana qormaattantti, akka bifa kakaatanii titti, onnee teessan morkkattuu hin taasisinaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
akkuma guyyaa ilaallacha'aa lafa goomolee keessatti Waaqa finqiltanee san mataa hin jabaatina'a!