Hebrews 4:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf addee fooraa ta inni nu'uuf kennutti galiisaaf waadaan galame ammalle waan banaa jiruuf, isin keessaa eennulle carraa itti galiisaa adoo hin dhaggatin akka hin hanne, kowa'a ifi eeggannaa!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba, Waaqi ya nuti kakhate, aka nu olseene isa woliini boqonnu. Tanaafi nu qorqorachu malle, aka isani tokoleeni boqota suni ind'amne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba Waaqii akka nu olduunnee isa waliin foorfannu, la nutti kakate. Tanaaf nu akka isaniin tokkolleen foorfachaa sun hindhamne, qorqorachuu malle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa abdiin hara baafataa ta inni nuu kenne sanitti galu'uuf waadaan galu'uu ammallee waan banaa jiruuf isin keessaa eennullee carraa galu'uu akka hin dhabne uf haa eennuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa abdiin harabaafataa ta inni nuu kenne sanitti galu'uuf waadaan galu'uu ammallee waan banaa jiruuf isin keessaa eennullee carraa galu'uu akka hin dhabne uf haa eennuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf gara bakka boqanna'aa ka inni nuuf kennuu galu'uuf abddiin fudhanne amma'llee ka eeggame waan taateef, isin keessaa eennu'llee gara bakka boqanna'aa kana galu'uuf carraa uduu hin argatin akka hin hafinneef, marri keennaa ufi haa eeggannuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf addee fooraa ta inni nu'uuf kennutti galiisaaf waadaan galame ammalle waan banaa jiruuf, isin keessaa eennulle carraa itti galiisaa adoo hin dhaggatin akka hin hanne, kowa'a ifi eeggannaa!