Hebrews 4:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dadaan Waaqa duraa dhokattu takkaalle hin jirtu; wonni maraa fuula isaa duratti mulqama'aa fi qullaa te'ee mudhata; nuutille marroo teennaaf ka deebii kennuu qannu fuula isaa duratti te'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan tokole dandaani Waaqa ind'ossani. Wonti lafa keesa jira ch'ufti ila isaa dura jirti; isa durati waan keenna ch'ufa himachu malle.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan tokkollee danda'an Waaqaa hindhossan. Wantii uumama keessa jira cuftii ila isaa duraa jirti; isa duratti waan keenna cufa himachu malle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isa nu tooyatu afo'otti wonti maruu qulla'aa fi addaata'a; isa afo'otti uumamni dhokate hin jiru.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isa nu tooyatu afo'otti wonti maruu qulla'aa fi addaata'a, isa afo'otti uumamni dhokate hin jiru.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqaa duranaa ka dhokatu uumaminni woyiituu hin jiru, ija isaa duranatti wonitti marrinuu ifaa fi qullaa isaa ta'ee ka mulidhatu, nu'llee deebii kennuu ka qabnnu isa duranatti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dadi Waaqa duraa dhokattu takkaalle hin jirtu; wonni maraa fuula isaa duratti mulqama'aa fi qullaa te'ee mudhata; nuutille marroo teennaaf ka deebii kennuu qannu fuula isaa duratti te'a.