Hebrews 4:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Hayyichi Guddaan nuuti qannu ka dadhabbii teenna nu'uuf nayuu dande'u; inni waan maraan akkuma keenna ataabameera; te'uu malee ijjumaa cubbuu hin hunye.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaalluuni keenna guddaani nama laafinna keennaa nahu diduniti; ammo nu qaallu gudda, ka akuma keenna kara ch'ufaani ilaalatani, ammo daba intolchiini qamna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Cubbuu hin qabu malee nu qaallu guddaa ka akkuma keenna karaa cufaan ilaalatame qamna inni nama laafinna keennaa na'uu diduuniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu gadicha guddaa dadhabbii keennatti garaa nuu laafu qabna; Inni waa maraanuu ka akkuma keenna qorame ta'ullee cubbuu woyiituu hin hojjanne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Cubbu'uun achitti waa maraanuu akkuma keenna qorame; gadicha hayyicha dadhabbii keennatti garaa nuu hin laafne hin qabnu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu'u ka qabnnu itti gaafatamaan qeesotaa dadhabbii keennaan nuuf nayuu ka danda'u, inni'llee waan maraanuu akkuma keenna ni qormaatame, ta'u'llee cubbuu woyiituu hin hojjanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyichi Guddaan nuuti qannu ka dadhabbii teenna nu'uuf nayuu dande'u; inni waan maraan akkuma keenna ataabameera; te'uu malee ijjumaa cubbuu hin hunye.