Hebrews 4:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yoona yennaa gargarsi nu'uuf barbaachisetti akka marartii fudhannuu fi badhaadha dhaggannu, kowaa gara badhaadhi itti dhaggamu, gara barcumaa mootuma'aa ka Waaqaa sodaa malee dhikaannaa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi jabaanne, barch'uma Waaqati d'ufu male, fulla eebiti jirtu. Achiti naasufi eeba arganna, ta hojja nu d'iba qabaanne nu qarqaartu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaafi akka araara arganu ammallee akka kennamsa naasuu ka yo nu barbaachise nu qarqaaru argannuu koottaa garaa jabeennaan gara marcumaa Waaqaa fulaa kennamsi naasuu jirutti dhi'aannaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa akka araara argannu waan nu barbaachisu maraa hennaa nu barbaachisutti badhaadha akka argannu gara teessoo badhaadha isaa amanti'iin haa dhiyaannuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa araara akka argannu waan nu barbaachisu maraa hennaa nu barbaachisutti badhaadha akka argannu gara teessoo badhaadha isaa amanta'aan haa dhiyaannuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa dhiifama akka argannuu fi yeroo gargaarssa nu barbaachisutti kennaa isaa ka bilisaa akka argannu, gara bakka kennaan isaa ka bilisaa itti argamu gara teessoo Waaqaa, sodaa tokko malee haa dhiyaannu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoona yennaa qarqaarsi nu'uuf barbaachisetti akka marartii fudhannuu fi badhaadha dhaggannu, kowaa gara badhaadhi itti dhaggamu, gara barcumaa mootumma'aa ka Waaqaa sodaa malee dhikaannaa.