Hebrews 4:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Oduu Gammadaa tama akka nuuti dhageennee isaanille dhage'ane; te'uu malee isaan jecha dhage'ane san dhugeeffanna'aan waan hin fudhatiniif isaaniif wo hin baane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nuleeni, akuma worra, Odu Dansa d'ageenne. Worri Odu Dansa ya d'agaye, ammo woma worraa imbaane, maro d'ageennaani d'ugefachaani imfud'atiniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nulleen akkuma warraa Oduu dansaa dhageenne. Warrii Oduu Dansaa la dhaga'e, ammoo marroo dhageennaan dhugeeffachaan hinfudhatiniif homaa warraa hinbaane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbiin gammachu'uu akkuma isaanitti himame nuttillee himameera. Haa ta'uu ammo dubbiin dhagayan worri dhagayan sun amanti'iin waan isaan keessatti hin qabamneef womaa isaanii hin goone.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanittillee akkuma himame oduun gammachu'uu nuttillee himameera. Haata'uu ammoo dubbiin dhagayan worri dhagayan sun amanta'aan waan isaan keessatti hin qabamneef womaa isaanii hin goone.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dubbima oduu mishaa akka isaan dhagayanii nu dhageenneenii jira, garuu isaan dubbii dhagayan amanti'iin waan hin fudhatiniif isaan hin fayyadinne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Oduu Gammadaa tama akka nuuti dhageennee isaanille dhage'ane; te'uu malee isaan jecha dhage'ane san dhugeeffanna'aan waan hin fudhatiniif isaaniif wo hin baane.