Hebrews 4:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ammalle adduma tanatti, “Addee fooraa ta ani kennutti ijjumaa hin galanu” jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle waan dubbi tana dubbatani, Worri kuni haguma jiru boqota anini worraa kurfeese inargatu!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee waan dubbii tana dubbatan, “Warrii kun haguma jiru natti oliduudee hinfoorfatu” jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee tanattillee akkasuma gara hara baafata kiyyaa hin seenan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hulee tanattillee akkasuma gara harabaafata kiyyaa hin seenan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana bakka kana irratti deebi'ee, «Gara bakka boqanna'aa ka ani isinii kennuu titti gonkumaa hin galan» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle adduma tanatti, «Addee fooraa ta ani kennutti ijjumaa hin galanu» jedha.