Hebrews 4:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Iyaasuun addee fooraa san adoo isaaniif kennee jiraate, Waaqi ammalle, “Adha” jedhaa marroo guyyaa biraa hin dubbatuuyyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato sila duri Yoshuani worra suni boqota suni kenne, Waaqi eegi suni waan guyya d'ibi indubbatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo silaa durii Iyaasuun warra sun foorfachaa Waaqaatti geessee, Waaqii eegii sun waan guyyaa dhibii hindubbatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu Iyyaasuun isaan hara baafachiiseera ta'ee, achiin maayii silaa waan guyyaa biraa hin dubbatu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Uduu Iyyaasuun isaan harabaafachiiseera ta'ee, achiin maayii silaa waan guyyaa biraa hin dubbatu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Iyyaasuun bakka boqanna'aa uduu isaanii kennee jiraatee Waaqinni irra deebi'ee, «Adha» jechu'uun, waayee guyyaa bira'aa hin dubbatu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iyaasuun addee fooraa san adoo isaaniif kennee jiraate, Waaqi ammalle, «Adha» jedhaa marroo guyyaa biraa hin dubbatuuyyu.