Hebrews 4:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yoona kolbaa Waaqaatiif foorri foora guyyaa Sanbataa fakkaatu ammalle hafeera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi boqota gumi Waaqa injira ammalle, akuma Waaqi guyya Sabato boqote suni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf akkuma Waaqii guyyaa sambataa foorfate foorfachaan gumii Waaqaa ta guyya sanbataa ammallee injirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa hara baafanni guyyaa Sambataa banii Rabbiitiif hafeera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa harabaafanni guyyaa Sambataa banii Rabbiitiif hafeera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa ummata Waaqaatiif boqannaa Sanbbataa boqanni fakkaatu amma'llee ni hafaan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoona kolbaa Waaqaatiif foorri foora guyyaa Sanbataa fakkaatu ammalle hafeera.