Hebrews 5:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Marroo waan kanaa waan jennu waan hedduu qanna; ammoo hubatiisaaf waan rinciccanuuf, ifa tolchanee himuun rakkisa'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan hedduti jira, ta sila nu dubbi tana irati jennu, ammo guddo jabaatti, aka isaniti himnu, waan isani guddo mata jabaattaniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan hedduutti ka silaa nu dubbii tana irratti dubbannu jira, ammoo waan daftee isanii hingalleef, diideessanii isanitti himuun jajjabduu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan isaa wonti dubbannu waan heddutu jira. Waan gurri keessan juu jedhee dhagayuu dideef dubbi'iin hiikuun rakkisa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan isaa wonti dubbannu waan heddutu jira. Waan gurri keessan juu jedhee dhagayuu dideef dubbiian hiikuun rakkisa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee kanaa ka dubbannu waan baayi'ettu jira, garuu danddeettiin hubannaa keessan diqqaa waan ta'eef, hubachiisu'uuf rakkisa'a. Hubachiisuuf rakkisa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo waan kanaa waan jennu waan hedduu qanna; ammoo hubatiisaaf waan rinciccanuuf, ifa tolchanee himuun rakkisa'a.