Hebrews 5:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami aananiin jiraatu annuu waan te'eef, barsiisa dansa'aa fi hamaa gargar baasiisaa hin baranne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi nami harma hod'u ammalle ijoolle, d'arafi d'uga gargari imbeekhu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif namii harma hodhu ijollee, dharaa fi dhugaa gargarii hinbeenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka aannan woga'amu maruu daa'ima waan ta'eef dubbii qajeellumma'aa hin beeku.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka aannan woga'amu maruu daa'ima waan ta'eef, dubbii qajeellumma'aa hin beeku.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Aanan ka woga'amu marrinuu daa'ima waan ta'eef, barsiisa waan misha'aa fi waan badaa addaan baasu hin shaakalle.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami aananiin jiraatu annuu waan te'eef, barsiisa dansa'aa fi hamaa gargar baasiisaa hin baranne.