Hebrews 5:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni ifiifuu dadhabbii akkasii waan qabuuf, worra wollaala'aa fi worra karaa irraa bade gadhi-laafumma'aan ilaaliisaaf hin dande'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama daallefi ka wollaala tolchu obse gorsu dandaa, waan innileeni laafinna qabuufi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Inniilleen waan laafinna qabuuf nama hinbaratinii fi ka wallaala tolchu obseetti gorsuu danda'a,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innuu waan dadhabbii qabuuf worra wollaala'aa fi worra raantayanii garaa laafuu danda'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni ammoo dadhabbii waan qabuuf, worra hin barannee fi worra dogoggoraniif garaa laafu'uufii danda'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni mataan isaatuu dadhabbii ka qabu waan ta'eef wolaalotaa fi dogoggorttoota, gara laafnnaan isaan laalu'uuf ni danda'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ifiifuu dadhabbii akkasii waan qabuuf, worra wollaala'aa fi worra karaa irraa bade gadhi-laafumma'aan ilaaliisaaf hin dande'a.