Hebrews 5:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inninuu dadhabbii waan qabuuf, akkuma cubbuu kolba'aatiif dhikeessu, cubbuu ifiitille'eef woreega dhikeessuu qaba.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi inni, maro daba gumi ch'allaaniti, ammo maro daba ufile sorio qallu male.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo waan kanaatiif innii marroo cubbuu warraa callaanitii, ammoo marroo ufiille sooriyoo qaluu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababa kanaan waan cubbuu bani'iitiif akkasuma ufiifillee ciincaa cubbu'uu dhiyeessa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sababa kanaan waan cubbuu bani'iitiif dhiyaatu akkasuma ufiifillee ammoo ciincaa cubbu'uu dhiyyeessa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni mataan isaatuu waayee dadhabaa ta'uu isaatiin kitimaa dhiifama cubbu'uu argamisiisu dhiyeessuun ka isaan maluu ummata qofaaf uduu hin ta'in, mataa isaa'llee dabalataan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inninuu dadhabbii waan qabuuf, akkuma cubbuu kolba'aatiif dhikeessu, cubbuu ifiitille'eef woreega dhikeessuu qaba.