Hebrews 5:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma Aroonii ka Waaqaan waamame malee, eennulle ulfinna kana ifiin hin fudhatu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami guddinna kana ufiini imfud'atu, ammo Waaqati yaama, akuma duri Haruni yaamani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii guddinna kana ufiin hinfudhatu, ammoo Waaqatti yaama akkuma durii Aron yaaman.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka akka Aaroonii Rabbiin waamame malee eennullee ulfinna isaa ufiif ka fudhatu hin jiru.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka akka Aaroonii Rabbiin waamame malee eennullee ulfinna isaa ufiif ka fudhatu hin jiru.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akka Aaroonii Waaqaan ka waamame yoo ta'e malee, eennu'llee ulfinna kana mataa isaatiin hin argatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma Aaronii ka Waaqaan waamame malee, eennulle ulfinna kana ifiin hin fudhatu.