Hebrews 5:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Addee dhibiille'etti, “Akkuma hayyumaa, Malkiisedeqii, ati haga bara baraa hayyu'u” hin jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fulla d'ibileti inni waan jed'e, Atini qaallu haga hegerile jiru taata, aada qaalluma ta Melkizedeki gula.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fulaa dhibilleeti innii, “Atin qaalluu haga barbaraa jiru taata, aadaa qaallummaa ta Malkiisedeqii gula” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma hulee biraatitti ammallee «Ati akka muudamaa, Malkasaadiqii, ati baraa haga bara baraa gadicha» jedha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma hulee biraatitti ammallee «Ati akka muudamaa, Malkasaadiqii, ati baraa haga bara baraa gadicha» jedha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bakka bira'aa titti'llee Waaqinni, «Akka muudama qeesummaa Malkeesadeeqii, ati bara baraaf ati qeesicha» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee dhibiille'etti, «Akkuma hayyummaa, Malkiisedeqii, ati haga bara baraa hayyu'u» hin jedha.