Hebrews 5:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Guutuu te'een duuba worra isaaf ajajamu maraaf madda fayyinna bara baraa te'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni qit'oomnaani, abba baafama hegeri ka nama isa saalfatu ch'ufaa tahe,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii qixxoominaan, abbaa baafama barabaraa ka nama isaa ajajamu cufaa baasu tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga kun maruu raawwatameen maayii, Rabbiin akka muudama Malkasaadiqii hayyicha gadootaa jedhamee waan waamameef, worra isaa ajajaman maraaf madda fayyinna bara baraa ta'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haga kun maruu raawwatameen maayii, Rabbiin akka muudama Malkasaadiqii hayyicha gadootaa jedhamee waan waamameef, worra isaa ajajaman maraaf madda fayyinna bara baraa isaanii ta'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Muda maleessa ta'ee eega argameen duubatti'llee worra ajajaman maraaf, sababaa fayyiinsa bara baraa isaaniif ni ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guutuu te'een duuba worra isaaf ajajamu maraaf madda fayyinna bara baraa te'e.