Hebrews 6:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi Waaqa sirri'itti muru; inni hujii teessanii fi jaalala isin kolbaa isaa gargaariisaan maqaa isaatiif mudhittanee fi ammalle gargaariisaan mudhisiisatti jirtanu hin dedhu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi ka d'ugaati. Inni huji isani maro isa jaalattaniifi tolchitani inded'u, hojja isani gumi Waaqa duri qarqaartani arrale qarqaartani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii waan qajeelaa tolcha. Innii hujii isan marroo isa jaalataniif hojjatan, gumii Waaqaa ta durii qarqaartanii, ammallee qarqaaruu jirtan indedhu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan woyyoota tajaajiltaniif, haga ammaallee waan tajaajila'aa jirtaniif hujii hojjattan, jaalala maqaa isaatiif mudhiftan akka hin irraanfanne Rabbi hama'aa miti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan woyyoota tajaajiltaniif haga ammaallee waan tajaajila'aa jirtaniif hujii hojjattan, jaalala maqaa isaatiif mudhiftan akka hin irraanfanne Rabbi hamaa miti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni muritteessaa dhuga'aati, kanaaf hujii keessan fi duraan ta'ee amma'llee qulqullaawota gargaaru'uun, waayee maqaa isaatiif jaalalli muldhifttan, hin irraafatamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi Waaqa sirri'itti muru; inni hujii teessanii fi jaalala isin kolbaa isaa gargaariisaan maqaa isaatiif mudhittanee fi ammalle gargaariisaan mudhisiisatti jirtanu hin dedhu.