Hebrews 6:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isin martinuu waan addi'iin eeggattanu haga harkaan qabattanutti, jabeenna keessan haga muumme'eetitti akka mudhitanu barbaanna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fed'iini teenna guddooni, aka isani owa amma qabdani kana, haga muumme teetanini, aka wonti isani heregatani ch'ufti isanii taatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fedhiin teenna guddoon, akka isan cuftii fedhii teesaniin haga muummee jabaattan, akka wantii isan abdattan cuftii isanii taatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga abdiin kenname raawwatamuuf, isin martinuu ciminna akkanaa kana haga dhumaa akka mudhiftan hawwina.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Amanta'aa fi obsaanillee worra dubbii abdi'ii dhaalan akka fakkaattaniif malee ammshaaggota rincicoota akka isin hin taaneef haga abdiin guutuuf isin maruu ciminna san haga dhumaa akka mudhiftan hin hawwina.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin marri keessanuu abddi'iin waan eeggattan haga harkaan gayattanitti, hisata keessan haga muumme'ee titti akka muldhifttaniif ni hawwina,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin martinuu waan addi'iin eeggattanu haga harkaan qabattanutti, jabeenna keessan haga muumme'eetitti akka mudhittanu barbaanna.