Hebrews 6:12 — Compare Translations
6 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worra dhugeeffanna'aa fi ossatiisaan jabaatee, waan waadaan galameef dhaalu akka fakkaattanu barbaanna malee, worra rincicaa akka teetanu hin barbaannu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu isanii lalaaftani imfeenu, ammo aka worra d'ugefate obsu taatani feena, aka waan Waaqi kakhate argattani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu isanii laaleffattan hinfeennuu, ammoo akka isan akka warra dhugeeffatee obsuu taatanii waan Waaqii isanii kakatee argatan feenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra dubbii abdi'ii ka amanti'ii fi obsaan kenname san dhaalu akka fakkaattaniif malee akka amshaaggota taatan hin barbaannu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ka hawwinu'llee amanti'ii fi obissaan jabaatanii abddi'iin waan isaaniif kenname namoota dhaalan akka fakkaataniif malee, ganttoota akka taataniifii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra dhugeeffanna'aa fi ossatiisaan jabaatee, waan waadaan galameef dhaalu akka fakkaattanu barbaanna malee, worra rincicaa akka teetanu hin barbaannu.