Hebrews 6:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi, Abrahaamiif yennaa waada gale, ittiin kakatiisaaf ka isa caalu waan hin jirreef, ifiin kakatee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa Waaqi Abrahamuti kakhate, inni aka waan qara jed'e guutu kakhate. Waan nami tokoleeni ka isa ira gudda injirreefi, inni gaafa kakhate maqa ufi d'ae.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii Abraaham kakateefiitti abdii kenneef; Waan namii tokkolleen ka isa irra guddaa hinjirreef, innii gafa kakate
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi hennaa Abrahaamii abdii kenne, «Dhugamaan si eebbisa; guddisee si baay'isa» jedhe. Ka isa caalu waan hin jirreef maqaa ufiitiin isaa kakate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbi hennaa Abrahaamii abdii kenne, «Dhugamaan, si eebbisa guddisee si baayi'isa» jedhe. Ka isa caalu waan hin jirreef maqaa ufiitiin isaa kakate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni Abrahaamiif abddii yeroo kenneeftti ka ittiin kakatu ka isa caalu ka bira'aa eennu'llee waan hin jirreef, akkana jechu'uun mataa isaatii ni kakate,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi, Abrahaamiif yennaa waadaa gale, ittiin kakatiisaaf ka isa caalu waan hin jirreef, ifiin kakatee,