Hebrews 6:14 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Ani dhugumaan si hin eebbisa, sanyii teetille hin fakkansa” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'e, Anini inkakhad'a, aka si eebise, ilmaani heddu sii kennu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Anin akka si eebbisee, ilmaan hedduu sii kennu maqaa kiyyaan inkakadha” jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Dhugamaanuu si ni eebbisa, fiixaa kee'llee ni baayi'isa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani dhugumaan si hin eebbisa, sanyii teetille hin fakkansa» jedhe.