Hebrews 6:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Abrahaam ossataan eeggatee waan waadaan galameef dhaggate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abrahamuuni obse jennaani waan Waaqi iti kakhate argate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Abraaham obsee jennaan waan Waaqii isa abdachiise argate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma innillee haga obseen maayii abdii argate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma innillee haga obseen maayii abdii argate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Abrahaam'llee obissaan eeggatee waan abddii taasfameef ni argate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abrahaam ossataan eeggatee waan waadaan galameef dhaggate.