Hebrews 6:2 — Compare Translations

4 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkasuma barsiisa marroo cuuphiisaa, marroo harka mataa namaa irra keyiisaa, marroo du'aa ka'iisaa, marroo muraa bara baraa deebinee hin hundeessinu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma Rabbitti amanu'uun, waan cuuphootaa, waan harka nama irra kaayu'uu, waan worra du'oota keessaa ka'aniitii fi waan barumsa murtii bara baraa deebifnee haa hundeessinuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
akkuma kana ka cuupha'aa, harka irra kaayuu, waayee du'aa ka'uu, barsiisa murtii bara baraa'llee, irra deebinee akka hin hunddeesine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma barsiisa marroo cuuphiisaa, marroo harka mataa namaa irra keyiisaa, marroo du'aa ka'iisaa, marroo muraa bara baraa deebinee hin hundeessinu.