Hebrews 6:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Addeen sun addee Yesuus akka seera hayyummaa Malkiisedeqii, Hayyicha Guddaa bara baraa te'ee, nu'uuf nu'uun dura seeneeru.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni ya maro teennaafi nu dura seene. Inni ya qaallu gudda haga hegeri tahe, aada qaalluma Melkizedeki gula.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus la marroo teennaaf nun dura seene. Innii la aadaa qaallomaa Malkiisdeqii gula, qaallu guddaa haga barbaraa taa'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achii Yesuus akka muudamaa Malkasaadiqii baraa haga bara baraa hangafa gadootaa ta'ee waan keennaaf firrisee seene.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achii Yesuus akka muudamaa malkasaadiqii baraa haga bara baraa ka hayyicha gadootaa ta'e, waan keennaaf firrisee seene.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara Mana Waaqeffanna'aa kana'llee Yesus akka muudama qeesummaa Malkeesadeeqii titti bara baraaf itti gaafatamaa qeesotaa ta'ee, waan keennaaf durssee aseenee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addeen sun addee Yesuus akka seera hayyummaa Malkiisedeqii, Hayyicha Guddaa bara baraa te'ee, nu'uuf nu'uun dura seeneeru.