Hebrews 6:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worra dhugeeffannaa ifii mormate gara cubbuu irraa deebi'iisaa deebisiis atamiin dande'ama? Kanaan qaraa ifi isaaniif ifeera; kennansa ol-gubba'aalle dhandhamaneeran; Ayyaana Woyyicha wolille'een qoodamaneeran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama qara d'ugefate eege lakise iraa bade dandaani daba iraa wo deebisani? Duri worri ifsa Waaqa keesa jira, galata gubba miefate qooda ufi ka Lubbu Qulqullo argate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warra qara dhugeeffatee eegee lakkisee irraa bade danda'anii cubbuu irraa wa deebisuu? Warrii durii ibsee Waaqaa keessa jira, kennamsa gubbaa sooratee qooda ufii ka hafuura Qulqulloo argate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra hennaa tokko ifti ifeef, worri kennaa sami'iillee mi'eeffatan, worri Ayyaana Woyyuu irraa qoodaman,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra hennaa tokko ifti ifeefii kennaa sami'iillee worri mi'eeffatan Ayyaana Woyyuu irraa worri qoodaman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amantii isaanii namoonni waakkatan attamitti dhiifamaan gara Waaqaa titti deebisu'uuf danda'ama? Namoonni kunniin asiin durana ifin isaanii ifee ture, kennaa samii'llee dhandhamanii turan, Hafuura Qulqulluu woliin'llee qoodamtoota ta'anii turan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra dhugeeffannaa ifii mormate gara cubbuu irraa deebi'iisaa deebisiis attamiin dande'ama? Kanaan qaraa ifi isaaniif ifeera; kennansa ol-gubba'aalle dhandhamaneeran; Ayyaana Woyyicha wolille'een qoodamaneeran.