Hebrews 6:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Dansummaa jecha Waaqaatii fi hunna bara dhufiisaaf jiruulle dhandhamaneeran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka dubbini Waaqa dansa argani, ammalle jabeenna d'aloota d'ufule beekhani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka dubbiin Waaqaa dansaa arga, ammallee jabeenna dhaloota dhufuu inbeeka.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
worri dubbii Rabbii misha'aa fi hunna adunya'aa ka dhufu'uuf ta'u mi'eeffatanii fi worri maayii deebi'anii waakkatan lamuu aagi'iin isaan deebisuun waan hin danda'amne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dubbii Rabbii misha'aa fi hunna adunya'aa ka dhufu'uuf ta'u worri mi'eeffatanii fi worri maayii deebi'anii waakkatan, lamuu deebisanii aagi'iin isaan deebisuun waan hin danda'amne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
dubbii Waaqaa misha'aa fi huminna biyya lafaa ka dhufuu'llee dhandhamanii turan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dansummaa jecha Waaqaatii fi hunna bara dhufiisaaf jiruulle dhandhamaneeran.