Hebrews 6:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Latti bokkeya isii iratti roobu yennaa hedduu untee, abbaa biqiltuu irratti dhaabeef bu'aa buuchu Waaqa irraa eebba hin dhaggatti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafa guyya ch'ufa bisaani d'udde ta mid'aani iti oobrani abba iti oobre baaftu Waaqi ineebisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Lafa guyyaa cufa bokka'ii itti roobee bisaan akka dansaa dhuddee midhaan warrii itti oobree baaftu Waaqii ineebbisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafti hennaa hedduu rooba isii irratti roobu dhuddu, worra isii irratti qotataniifillee akkasuma ta fayyaddu, biqiltuullee ta margisiiftu Rabbiin irraa eebba argatti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa hedduu rooba isii irratti roobu, lafti dhuddu, worra isii irratti qotataniifillee akkasuma ta fayyaddu, biqiltuullee ta margisiiftu Rabbiin irraa eebba argatti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Biqilttuun yeroo baayi'ee rooba isii irratti bu'u dhugiddu, laftti nama isii irratti dhaabeef'llee faayiddaa kennitu, Waaqa biraa atootaa ni argatti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Latti bokkeya isii irratti roobu yennaa hedduu untee, abbaa biqiltuu irratti dhaabeef bu'aa buuchu Waaqa irraa eebba hin dhaggatti.