Hebrews 6:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Qore'ee fi qum'uuduu yoo baache ammoo, gatii hin qaddu; yennaa gabaadduu keessatti hin abaaranti; duubi isi'iille ibiddaan gubatiisa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo qoraatifi harama guddo baafte woma imbaatu; Waaqi hegeri inabaara, eege ibidaani balleesani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo yo qoraattii fi aramaa guddoo baafte homaa hinbaatu; Waaqii duraan hinabaara eegee ibidaan ballessan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo qore'ee fi qummuudduu margisiifte ammo ta gatamte, ta abaaramtee fi ta dhumti isi'ii gubatu taati.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Qore'eef qummuudduu ammoo yoo margisiifte ta gatamte, ta abaaramtee fi dhumti isi'iillee gubata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qore'ee fi ximirroo yoo biqilichite garuu gati dhabeettii ni taati, yeroo dhiyo'otti'llee ni abaaramtti, muummeen isi'ii'llee ibiddatti gubachu'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qore'ee fi qumi'uuduu yoo baache ammoo, gatii hin qaddu; yennaa gabaadduu keessatti hin abaaranti; duubi isi'iille ibiddaan gubatiisa.