Hebrews 6:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Lansoota tiyya akkas dubbannulle, isin ejjannoo caaltuu ta fayyinna keessan isiniif fiddu irra jiraachu keessan mirkaneeffanneerra.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo akasi dubbannele, jaalaani teenna, nu waan keesani ya quumne. Nu imbeenna, aka isani eeba guddo ta baafama isani kennitu qabdani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo yo akkasi dubbanneelle, jaallan teenna, nu waan keessan la isanitti qumne. Nu akka isan eebba guddoo baafama isanii kennitu qabdan inbeenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Goshoota tiyya! waan keessan ammo yoma akkanumaanillee dubbanne, isin eebba caalu ka fayyinna keessaniin argame fidu irra jiraachuu keessan hubanneerra.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Goshoota tiyya, waan keessan ammoo yooma akkanumaanillee dubbanne, isin eebba caalu ka fayyinna keessaniin argame, fiduu irra jiraachuu keessan hubanneerra.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa jaalatamttoota! Kana yoma dubbanne'llee isin fayyinna keessan ka fidu haala fooyyaye irra jiraachuu keessan, nu'u sirri'i.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lansoota tiyya akkas dubbannulle, isin ejjannoo caaltuu ta fayyinna keessan isiniif fiddu irra jiraachuu keessan mirkaneeffanneerra.