Hebrews 7:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Sababille yennaa Malkiisedeq Abrahaamiin wolde'e, Lewwiin gudeeda Abrahaamii abbaa ifii keessa jiraayyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lawini gaafasi ind'alanne, ammo gudeeda abba isaa Abrahamu keesa jira, gaafa Melkizedekiini isa arge.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Lewwiin gaafa Malkiisedeq isa arge, hindhalannee, ammoo gudeeda abaaboo isaa Abrahaam keessa jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Malkasaadiqiin wol gayan, inni hin dhalanne gudeeda Abrahaamii keessa jira.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa Malkasaadiqiin wol gayan, inni hennaa san hin dhalanne gudeeda Abrahaamii keessa jira.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
kudhan keessaa harka tokko fudhachuun ka isaan malu Leewiin mataan isaa karaa Abrahaamiitiin kudhan keessaa harka tokko kafalee jira jechu'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababille yennaa Malkiisedeq Abrahaamiin wolde'e, Lewwiin gudeeda Abrahaamii abbaa ifii keessa jiraayyu.