Hebrews 7:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Karaa hayyummaa Lewwi'iitiin seerri kolba'aaf kenname; karaa hayyummaa lewwotaa kanaan guutummaan adoo dhaggantee jiraatte, muudaa hayyummaa Aaroonii adoo hin te'in, hayyichi biraa ka muudaa hayyummaa Malkiisedeqii qabu dhufiis sila hin barbaachisuuyyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aada qaalluma Lawi gula Seera gosa Israeliti kennani. Yo sila aadaani qaalluma Lawi sunini qit'e taate, wonti qaalluuni d'ibiini, ka aada Melkizedeki, ka aada Haruni intahiini, d'ufuufi injirtu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Aadaa qaallomaa Lewwii gula seera gosa Israa'eliti kennan. Yo silaa aadaan qaalloma Lewwii sun qixxee taate, wantii silaa qaalluun dhibiin, ka aadaa Malkiisedeq, ka aadaa Aaron hintahin, dhufuuf hinjirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa bani'ii ka kenname akkaataa gadummaa seera Leewwi'iitiin. Uduu gadummaa Leewwotaatiin guutuu ta'uun ka argamu ta'ee, muudamuu gadummaa Aarooniitiin uduu hin taane, silaa gadichi Malkasaadiqiin biraa maaf barbaachise?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa bani'ii ka kenname akkaataa gadummaa seera Leewwi'iitiin. Uduu gadummaa Leewwootaatiin guutuu ta'uun ka argamu ta'ee, muudamuu gadummaa Aarooniitiin uduu hin taane, silaa gadicha Malkasaadiqii ka muudama qabu ka biraatitu barbaachisaa?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa ummataaf seerri ka kenname akkaataa qeesummaa hunddee Leewi'iitiin, qeesummaa worra Leewotaa kanaan muda maleessummaan uduu argamee jiraateetii, muudama qeesummaa Aaroonii uduu hin ta'in muudaminni qeesummaa Malkeeseedeqii ka qabu qeesichi bira'aa, dhufuu hin barbaachisu ture,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karaa hayyummaa Lewwi'iitiin seerri kolba'aaf kenname; karaa hayyummaa Lewwootaa kanaan guutummaan adoo dhaggantee jiraatte, muudaa hayyummaa Aaronii adoo hin te'in, hayyichi biraa ka muudaa hayyummaa Malkiisedeqii qabu dhufiis sila hin barbaachisuuyyu.