Hebrews 7:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Goottaan keenna ka marroo isaatiif amma dubbatamu kun ka gosa dhibii keessaa ti; gosa tana keessaa addee ciinca'aa dhiyaatee nami tajaajileeru tokkolle hin jiru.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aabbooni keenna, ka waan kana waan isaa dubbatani, gosa d'ibi; gochiti isaa taka qaallu, fulla sorio iti qalani, intaane.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Aabboon keenna ka waan kana waan isaa dubbatan, gosa dhibii; gochii isaa takka qaallu fulaa sooriyoo itti qalaanii hintaane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni waan isaatiif dubbatame kun gosa biraatii gosa kana keessaa hulee ciinca'aatitti dhiyaatee ka tajaajile eennullee hin jiru.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni waan isaatiif dubbatame kun, gosa biraatii gosa kana keessaa hulee ciinca'aatitti dhiyaatee ka tajaajile eennullee hin jiru.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Qeesichi kun marri ammoo gosa bira'aa irraayyi, gosa kana irraa eennu'llee gara furddaa dhiyaatee ka tajaajile hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan keenna ka marroo isaatiif amma dubbatamu kun ka gosa dhibii keessaa ti; gosa tana keessaa addee ciinca'aa dhiyaatee nami tajaajileeru tokkolle hin jiru.