Hebrews 7:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Goottaan keenna gosa Yihuudaa keessaa dhalatiis ka beekkame; te'uu malee Muuseen yennaa marroo hayyootaa dubbate, waan gosa Yihuuda'aa womaa hin dubbanne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka inni gosa Yuda guddo beekhani; Musaleeni gosa tana maqa ind'oomne, gaafa inni waan qaalole dubbate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka Aabboon keenna gosa Yihudaa keessaa dhalate inbeekan; Museelleen gaafa waan qaallolee dubbate gosa tana maqaa hindhomne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaan keenna gosa Yihuuda'aa keessaa akka dhalate beekkama'a. Muuseen hennaa waan gadumma'aa dubbatu waan gosa kanaa womaa hin dubbanne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gooftaan keenna gosa Yihuuda'aa keessaa akka dhalate beekkama'a. Muuseen waan gadumma'aa hennaa dubbatu, waan gosa kanaa womaa hin dubbanne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gooftaan keenna gosa Yihuda'aa keessaa ta'uun isaa ka beekkame, ta'u'llee Museen waayee qeesotaa yoo dubbatu gosa Yihuda'aa laalchisee ka dubbate, womaan tokkoo hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan keenna gosa Yihuda'aa keessaa dhalatiis ka beekkame; te'uu malee Muuseen yennaa marroo hayyootaa dubbate, waan gosa Yihuda'aa womaa hin dubbanne.