Hebrews 7:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Hayyichi biraa ka akka Malkiisedeqii gaafa ka'u, wonni kun caalaa ifa teeti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbini tuni haga qarale ira qulqullofti: qaalluuni d'ibiini yayu mullate, ka aka Melkizedeki jiru.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaafa qaalluun dhibiin akka Malkiisedeq jiru ka'e dubbiin tun haga qaraallee irra mullati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hunna jireenna dhuma hin qabneetiin malee seera ajaja fooniitiinii miti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hunna jireenna dhuma hin qabneetiin malee seera ajaja fooniitiinii miti. Gadichi biraa fakkeenna malkasaadiqiitiin uduu ka'ee kun guddisee waan mudhatu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Wonitti kun ifa ta'ee ka argamu qeesichi akka Malkeeseedeqii jiru ka bira'aa yeroo ka'utti,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyichi biraa ka akka Malkiisedeqii gaafa ka'u, wonni kun caalaa ifa teeti.