Hebrews 7:16 — Compare Translations
6 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni karaa aada'aa fi seera sayni'iitiin adoo hin te'in, karaa hunna jireenna isaa ka dhuma hin qanneetiin hayyuu te'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seerafi aada namaa gula inni qaallu intaane; ammo jabeenna jireenna muumme inqamnetiini qaallu tahe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii seeraa fi aadaa biyya lafa tanaa gula qaalluu hintaanee; ammoo jabeenna jireennaa mummee hinqamneetiin qaalluu taahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichi biraa fakkeenna Malkasaadiqiitiin uduu ka'ee kun guddisee waan mudhatu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
inni ka muudama qeesumma'aa ka fudhate jireenna isaatiif muummee ka hin qabnne ta'uu isaatiin malee, seeraa fi naamusa fiixa'aan dhufeenii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni karaa aada'aa fi seera sanyi'iitiin adoo hin te'in, karaa hunna jireenna isaa ka dhuma hin qanneetiin hayyuu te'e.