Hebrews 7:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Marroo isaatiif barreeffama Woyyicha keessatti, “Akkuma hayyummaa Malkiisedeqii, ati haga bara baraa hayyuu hin teeta” jedhamee dhugaan bayameeraaf.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma t'aafiini jettu, Atini haga jirtu, aada qaalluma Melkizedeki gula, qaallu taata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Barreessii qulqulloo keessatti waan isaa dhugeessanii, “Akkuma Qaalluu Malkiisedeq atin haga jirtu cufa qaalluu taata” jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan isaatiif barreeffama Woyyuu keessatti, «Ati akka muudama Malkasaadiqii, ati baraa haga bara baraatitti gadicha» jedhamee ragaa bayameeraaf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan isaatiif barreeffama Woyyuu keessatti, «Ati akka muudama Malkasaadiqii, ati baraa haga bara baraatitti gadicha» jedhamee ragaa bayameeraaf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Akka muudama qeesummaa Malkeeseedeqii titti ati bara baraaf qeesicha» jedhamee, ragaan bayameefii jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo isaatiif barreeffama Woyyicha keessatti, «Akkuma hayyummaa Malkiisedeqii, ati haga bara baraa hayyuu hin teeta» jedhamee dhugaan bayameeraaf.