Hebrews 7:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ajaji duraa dadhaba'aa fi ka wo hin baane waan te'eef diigameera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akanaani aada duri ya lakisani, waan isiini laaftu ammalle woma imbaaneefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Aadaa durii waan isiin laaftuutii fi ammallee homaa hinbaanneef la lakkisan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seerri womaa guutuu waan hin gooneef, kanaafuu dadhabdu'uu fi ta hin fayyanne waan taateef,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Seerri womaa guutuu waan hin gooneef, kanaafuu dadhabdu'uu fi ta hin fayyanne waan taateef, seerri duraa diggamteerti. Abdiin caalu ka gara Rabbii ittiin dhiyaannu tokko dhufeera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ajajinni duraanii dadhaba'aa fi ka hin fayyaddinne waan ta'eef, diigamee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ajaji duraa dadhaba'aa fi ka wo hin baane waan te'eef diigameera.