Hebrews 7:22 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Sababa kakuu tanaatiin Yesuus gondooroo caaltu'uuf wobii te'eera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro Yesotiifi, aka wold'aqisa ch'ufa ira dansa qamnu, ufi beenna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka marroo Yesusiitiif, waldhaqisa cufa irra dansaa qamnu, ufi beenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akkuma waadaa malee gadicha hin taane akkasuma Yesuus waadaa caaluuf wobii ta'eera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee kakuu kanaatiin Yesus waadaa fooyyayeef wobii ta'ee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababa kakuu tanaatiin Yesuus gondooroo caaltu'uuf wobii te'eera.